Koreen rakkoo nageenyaa Oromiyaa Lixaafi Gujii furu hundaa’e

Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa'e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta'uun ibsameera.

0
839
Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa'e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta'uun ibsameera.

Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa’e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta’uun ibsameera.

Hayyootaafi Artistootarraa kan namoota bebbeekkamoo 13n hundaa’e koreen nageenyaafi araaraa kun, nagaa Oromiyaa keessatti boora’e hiikuun nageenya buusuuf kan hojjetu ta’uu barreessaan korichaa Obbo Lammii Taayyee dubbataniiru.

Paartilee siyaasaa hundarraa bilisa kan ta’e waldichi, mootummaafi riphee lolaan ABO giddutti waraana jiru dhaabuun gara hojiitti kan galu ta’uu ibsaniiru.

Namootni sababa kanaan hidhaman hundi akka hiikkamaniifi intarneetiifi bilbilli adda cites akka deebifamuuf kan hojjatan ta’uus himameera.

Bayyanaa Ibraahimiin(Dh.P.I/Bariisaa)

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here