.
Siidaa Aanolee ilaalchisee waan beekuu barbaaddan shan akka harmaan gadiitti tarraa'eera.1. Siidaan Aanolee eessatti argama?Siidaan Aanolee godina Arsii magaalaa Ittayyaa irraa gara harka mirgaan kiiloo meetira 10 irratti argama.Qorataafi Barsiisaan Seeraa Kadhimamaa Doktoraa Birraatuu Qana'ii...
Welcome to WordPress. This is your first post. Edit or delete it, then start writing!