.
Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa'e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta'uun ibsameera.Hayyootaafi Artistootarraa kan namoota bebbeekkamoo 13n hundaa'e koreen nageenyaafi araaraa kun, nagaa Oromiyaa keessatti boora'e hiikuun nageenya buusuuf kan...
Obbo Gadduu dabalatee Ministirri Bishaan, Jallisii fi Anniisaa Dr. Injinar Silashii Baqqalaa akkasumas gorsaan seeraa ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu marii fi haala waqtaawaa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa ilaalchisun Kibxata ibsa laataniiru.Ibsichi Af-yaa'iin Itti-aanaa...
Ministirri Barnoota Itoophiyaa Seenaa Ragaa qabatamaa hin qabne Aanolee fi Calanqoon Kitaaba Barnoota Seenaa keessaa baasa erga jedhee jalqabee dhaadannoo 'Anis Hambaa Aanolee fi Calanqooti' jedhuun Qeerroof Qarreen socho'aa jiru. Haaluma kanaan:#Walaloo Anis Hambaa Aanoleeti!...
Amantanis dhiiftanis #Gaaffiin Nafxanyootaa Adadumaan deebi'aa jira. — #share godhaa#BaacaaGiinaa Maaliif aangoorraa kaafame?Pireezidaantiin Baankii Daldala Itoophiyaa Aangoo irraa akka kaafamu #Nafxanyootni Duula walitti fufaa gaggeessaa turan, keessaafuu gaafa #BaankiinDaldalaa Buqqaatotaaf Baajata ramadame baayina Ummataa irratti...
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan.Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Preezdaantin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa har’aa hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.Bu’uuruma kanaan:1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay3. Aadde Hiruut Zammanaa4. Ambaasaaddar...
Baga Guyyaa Adwaa geessan jechaa....Ayyaana kana dur ormi ofitti qaba, Oromoon ofirraa dhiiba ture. Amma Oromoon ofitti qabee orma wajjiinis irratti walqabaa jira fakkaata. Lola Adawaa irratti Oromoonni gootummaan hirmaachuu gamni marruu waan waakkatu miti....
Pirofeesarichi kana kan jedhan filannoo barana gaggeeffamu hordofuun faayidaalee argamuufi balaa uumamuu malu ilaalchisee yaadaafi waamicha dhiyeessaniiniiru.Walitti bu'iinsi kutaalee biyyattii gara garaa keessa jiruufi nagaafi tasgabbiin dhabamuun dhaaba isaanii IZEEMAA daran yaaddessa jedhan.Kanarraa ka'uunis odeeffannoo...
Abbaan Taayitaa Too’annoo Tamsaasa Itoophiyaa (Ethiopian Broadcast Authority ykn #EBA) #OMN doorsisuudhaaf xalayaa akeekkachiisaa tokko barreessee jira. Xalayaan dhiibbaa siyaasaa OMN irratti godhuudhaaf akka barreeffame ifaan irraa mul’atu kun, waajjiraalee mootummaa olaanoo biyyattii kanneen akka...
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 – Ministiroonni lamaan dhimmoota waloo, naannoo fi idila addunyaarratti mari’ataniiru. Hariiroo waloo siyyaasaa, diinagdee fi dameewwan hawaasummaa biyyoota lamaaniirratti mari’achuu isaanii ragaan Xaaliyaanitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa. Hariiroo biyyoota lamaanii guddisuu, misooma...
Going insane was a luxury. It's the going, that's the treat. Going suggests travel, moving. There was no going. The madness was constant and still, sitting there, like a place on a map. The women...