.
Dhaabbanni Fayyaa ddunyaa (WHO)n koronaavaayiras dhibee fayyaa addunyaa haala hama ta'een weeraraa jiru akka ta'e labseera. Dhaabbati kun dhibee kana irraa of ittisuu akka dandeenyus ibseera.Ofirraa ittisuudhaaf wantota nuti gochuu qabnu keessaa tokko harka keenya...
Yeroo Adda Addaatti, Mormaa Cimaa fi Yaadota Walfalmisiisoo uumuun kan beekkaman Obbo Lidatuu Ayyaalew dhiyoo hidhaa bahuun ni yaadatama, Akkasumas Paartiin inni hoogganu Filannoorraa haqamee kan ture amma kitaaba haaraa 27 ida'uu 2 jedhu gadi...
Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa'e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta'uun ibsameera.Hayyootaafi Artistootarraa kan namoota bebbeekkamoo 13n hundaa'e koreen nageenyaafi araaraa kun, nagaa Oromiyaa keessatti boora'e hiikuun nageenya buusuuf kan...
Ministirri Barnoota Itoophiyaa Seenaa Ragaa qabatamaa hin qabne Aanolee fi Calanqoon Kitaaba Barnoota Seenaa keessaa baasa erga jedhee jalqabee dhaadannoo 'Anis Hambaa Aanolee fi Calanqooti' jedhuun Qeerroof Qarreen socho'aa jiru. Haaluma kanaan:#Walaloo Anis Hambaa Aanoleeti!...
Baga Guyyaa Adwaa geessan jechaa....Ayyaana kana dur ormi ofitti qaba, Oromoon ofirraa dhiiba ture. Amma Oromoon ofitti qabee orma wajjiinis irratti walqabaa jira fakkaata. Lola Adawaa irratti Oromoonni gootummaan hirmaachuu gamni marruu waan waakkatu miti....
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan.Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Preezdaantin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa har’aa hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.Bu’uuruma kanaan:1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay3. Aadde Hiruut Zammanaa4. Ambaasaaddar...
Pirofeesarichi kana kan jedhan filannoo barana gaggeeffamu hordofuun faayidaalee argamuufi balaa uumamuu malu ilaalchisee yaadaafi waamicha dhiyeessaniiniiru.Walitti bu'iinsi kutaalee biyyattii gara garaa keessa jiruufi nagaafi tasgabbiin dhabamuun dhaaba isaanii IZEEMAA daran yaaddessa jedhan.Kanarraa ka'uunis odeeffannoo...
Lammiin Jaappaan guyyaa Jimaataa Koronaavaayirasiin qabamuun mirkanaahe dhaabbata JICA kan barnootarratti hojjetu keessa waan hojjetuuf dhimma kanaaf walargeen isa waliin mari'adheen ture jedhu Dr. Tolaan."Yeroo sanatti reefu biyya alaatii waan dhufeef mallattoon dhukkubaa irratti hin...
Going insane was a luxury. It's the going, that's the treat. Going suggests travel, moving. There was no going. The madness was constant and still, sitting there, like a place on a map. The women...
Going insane was a luxury. It's the going, that's the treat. Going suggests travel, moving. There was no going. The madness was constant and still, sitting there, like a place on a map. The women...