.
Sabni haphiin walii lama. Tokko, saba lakkoofsaan bicuuti, tokkommoo saba jabaa ykn hayyuu hin qabne. Biyya lafaa kanarratti sabi lamaan kun karaa hundumaan miidhamaadha. Addunyaan kun kan garee Abshaalotaa fi sobdootaati. Gareen kun xiqqaasaa sobaan...
Dr.Mulu Naggaa Hayyoota Yuunivarsiitii Maqaleerraa Mormiin cimaan Mudate***Bulchiinsi Yeroo M.N.Tigray Dr.Muluun hayyoota Yuunivarsiitii Maqalee waliin marii taasisaniin haasawa ajaa'ibsiisaa taasisanniiri. Haasaa kanaa, hayyoota doorsisuuf yaalaniiru. Namni 'Bulchiinsa keenya hin fudhanne dirree waraanaa deemuu mirga qaba,...
Biyya hojiif kan dhufe bubbuleera, Odeeffannoo adda addaa kan Seenaa Ummata Oromoo Biyya Rwanda keessa jiru hanga danda'een ija garaa jalaatiin duuka bu'ee hordofaa ture, ammas ittuma jira. Sababa kanaanis hiriyyootas horadhee firas argadheera, garuu...
Yeroo adda addaatti haala hin barataminiin bulchiinsa Itoophiyaa irraa gammachuu akka hin qabne kan agarsiisaa turan President Keniyaa Uhuru Kenyatta, Waltajjii #IGAD irratti ifatti jechoota jajjabaa walitti darbachuudhaan ifatti walitti bu'anii akka turan Miidiyaalee adda...
Yeroo Adda Addaatti, Mormaa Cimaa fi Yaadota Walfalmisiisoo uumuun kan beekkaman Obbo Lidatuu Ayyaalew dhiyoo hidhaa bahuun ni yaadatama, Akkasumas Paartiin inni hoogganu Filannoorraa haqamee kan ture amma kitaaba haaraa 27 ida'uu 2 jedhu gadi...
Dhorkaan kunis tibba filannoo US torbanootaaf hojiirra oolfamee kan ture yoo ta'u, amma garuu addunyaa guutuutti imaammata dhaabataa ta'uuf.Maark Zukarbarg jijjirama kana kan ibse haasaa karaa bilbilaatiin invasitaroota waliin taasiseen ture.''Namoonni siyaasa hinbarbaadan,'' jedheera hogganaan...
Vaayirasichi akkuma HIV qaama/dhiiga namaa keessa turaa?*********************************¤ Namni Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19) qabame tokko dandamachuu ni danda'a. Saayinsii/hojmaata amma jiruun namni tokko dandamate ka jedhamu:* Guyyaa sadihiifii sanaa oliif hoo'a qaamaa yoo qabaachu dhabe* Mallatooleen dhukkubichaa...
Dhaabbanni Fayyaa ddunyaa (WHO)n koronaavaayiras dhibee fayyaa addunyaa haala hama ta'een weeraraa jiru akka ta'e labseera. Dhaabbati kun dhibee kana irraa of ittisuu akka dandeenyus ibseera.Ofirraa ittisuudhaaf wantota nuti gochuu qabnu keessaa tokko harka keenya...
Lammiin Jaappaan guyyaa Jimaataa Koronaavaayirasiin qabamuun mirkanaahe dhaabbata JICA kan barnootarratti hojjetu keessa waan hojjetuuf dhimma kanaaf walargeen isa waliin mari'adheen ture jedhu Dr. Tolaan."Yeroo sanatti reefu biyya alaatii waan dhufeef mallattoon dhukkubaa irratti hin...
Dangote, who is Nigerian, shared his thoughts on efforts by what the government is doing to transform the nation’s economy during a roundtable discussion with the CBN Governor, Godwin Emefiele.Dangote says Nigeria’s economic diversification program has...