.
Home Saayinsii fi Teekinoolojii

Saayinsii fi Teekinoolojii

Dhaabbanni Fayyaa ddunyaa (WHO)n koronaavaayiras dhibee fayyaa addunyaa haala hama ta'een weeraraa jiru akka ta'e labseera. Dhaabbati kun dhibee kana irraa of ittisuu akka dandeenyus ibseera.Ofirraa ittisuudhaaf wantota nuti gochuu qabnu keessaa tokko harka keenya...
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012  – Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil Addunyaa waliin mari’atan.Daayreektarri olaanaa eejansichaa Dooktar Shuumatee Gizaaw preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil Addunyaa Andiriiw Sulivaan waliin dhimmoota waliin hojjechuu isaan dandeessisurratti...
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012– Feesbuukiin vaayrasii koroonaa ittisuu waliin walqabatee Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bilisaan akka beeksisu eeyyame.Hoji raawwachiisaa olaanaan Dhaabbata Feesbuukii Maark Zuukarbarg vaayrasicha ilaalchisuun odeeffannoo sobaa ba’an adda baasuuf Dhaabbanni Fayya Addunyaa bilisaan akka...
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 – Googl yeroo dhiyoodhaa asitti oomishoonni Huwaawee gabaaf dhiyaatan appilikeeshinoota koo akka hin fayyadamne jechuun akeekkachiisera.Googil fayyadamtoonni Huwaawee haaraan appilikeeshiniisaa maddoota hin beekamnerraa akka hin fe’anne jedheera.Oomishni Huwaawee haaraan appilikeeshinii Googl...