.
Vaayirasichi akkuma HIV qaama/dhiiga namaa keessa turaa?*********************************¤ Namni Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19) qabame tokko dandamachuu ni danda'a. Saayinsii/hojmaata amma jiruun namni tokko dandamate ka jedhamu:* Guyyaa sadihiifii sanaa oliif hoo'a qaamaa yoo qabaachu dhabe* Mallatooleen dhukkubichaa...
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012  – Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil Addunyaa waliin mari’atan.Daayreektarri olaanaa eejansichaa Dooktar Shuumatee Gizaaw preezdaantii Intarneet Soosaayitii Idil Addunyaa Andiriiw Sulivaan waliin dhimmoota waliin hojjechuu isaan dandeessisurratti...
Pirofeesarichi kana kan jedhan filannoo barana gaggeeffamu hordofuun faayidaalee argamuufi balaa uumamuu malu ilaalchisee yaadaafi waamicha dhiyeessaniiniiru.Walitti bu'iinsi kutaalee biyyattii gara garaa keessa jiruufi nagaafi tasgabbiin dhabamuun dhaaba isaanii IZEEMAA daran yaaddessa jedhan.Kanarraa ka'uunis odeeffannoo...
Paartiin morkattootaa lama, Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongirasin Federaalaw Oromoo Oromiyaa keessa sochoonee hojii siyaasaa hojjechuu hin dandeenyee, miseensonnii fi deggartoonni keenya gaaffii malee hidhamaa jiru jechuun komii dhageessisaa jiran.Rakkoolee isaan mudataa jiran ibsuun Boordii...
****Waan Tokko ifatti walhubachiisuu feesisa: Uummatni Oromoo Gaaffilee baroota dheeraaf gaafachaa tureef deebii argate hin qabu, garuu Namootni dhuunfaa ykn gareen muraasni rakkoolee dhuunfaasaanii kanneen akka mana-jireenyaa, aangoo, maallaqaafikkf argatanii jiraachuu malu.Qabsoon sabaa akka walootti...
Akka ibsa Waldaa Kaatolikii Itoophiyaatti, Walitti-qabaa Komishinii Araraa Biyyaalessaa Itoophiyaa Kaardinaal Abuuna Birhaane-Yesuus afeerraa Waldaan Kaatolikii Eertiraa kabaja waggaa shantamaffaa isaaniirratti akka argamaniif dhiyeesseen gara Asmaraatti imalan.Haata'u malee, jilli kun akkuma buufata xiyyaaraa Asmaraa gahaniin...
Going insane was a luxury. It's the going, that's the treat. Going suggests travel, moving. There was no going. The madness was constant and still, sitting there, like a place on a map. The women...
Going insane was a luxury. It's the going, that's the treat. Going suggests travel, moving. There was no going. The madness was constant and still, sitting there, like a place on a map. The women...
Going insane was a luxury. It's the going, that's the treat. Going suggests travel, moving. There was no going. The madness was constant and still, sitting there, like a place on a map. The women...
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 – Ministiroonni lamaan dhimmoota waloo, naannoo fi idila addunyaarratti mari’ataniiru. Hariiroo waloo siyyaasaa, diinagdee fi dameewwan hawaasummaa biyyoota lamaaniirratti mari’achuu isaanii ragaan Xaaliyaanitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa. Hariiroo biyyoota lamaanii guddisuu, misooma...