.
Amantanis dhiiftanis #Gaaffiin Nafxanyootaa Adadumaan deebi'aa jira. — #share godhaa#BaacaaGiinaa Maaliif aangoorraa kaafame?Pireezidaantiin Baankii Daldala Itoophiyaa Aangoo irraa akka kaafamu #Nafxanyootni Duula walitti fufaa gaggeessaa turan, keessaafuu gaafa #BaankiinDaldalaa Buqqaatotaaf Baajata ramadame baayina Ummataa irratti...
Abbaan Taayitaa Too’annoo Tamsaasa Itoophiyaa (Ethiopian Broadcast Authority ykn #EBA) #OMN doorsisuudhaaf xalayaa akeekkachiisaa tokko barreessee jira. Xalayaan dhiibbaa siyaasaa OMN irratti godhuudhaaf akka barreeffame ifaan irraa mul’atu kun, waajjiraalee mootummaa olaanoo biyyattii kanneen akka...
Dangote, who is Nigerian, shared his thoughts on efforts by what the government is doing to transform the nation’s economy during a roundtable discussion with the CBN Governor, Godwin Emefiele.Dangote says Nigeria’s economic diversification program has...
Dhaabbanni Fayyaa ddunyaa (WHO)n koronaavaayiras dhibee fayyaa addunyaa haala hama ta'een weeraraa jiru akka ta'e labseera. Dhaabbati kun dhibee kana irraa of ittisuu akka dandeenyus ibseera.Ofirraa ittisuudhaaf wantota nuti gochuu qabnu keessaa tokko harka keenya...
Yeroo Adda Addaatti, Mormaa Cimaa fi Yaadota Walfalmisiisoo uumuun kan beekkaman Obbo Lidatuu Ayyaalew dhiyoo hidhaa bahuun ni yaadatama, Akkasumas Paartiin inni hoogganu Filannoorraa haqamee kan ture amma kitaaba haaraa 27 ida'uu 2 jedhu gadi...
Yeroo adda addaatti haala hin barataminiin bulchiinsa Itoophiyaa irraa gammachuu akka hin qabne kan agarsiisaa turan President Keniyaa Uhuru Kenyatta, Waltajjii #IGAD irratti ifatti jechoota jajjabaa walitti darbachuudhaan ifatti walitti bu'anii akka turan Miidiyaalee adda...
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 – Googl yeroo dhiyoodhaa asitti oomishoonni Huwaawee gabaaf dhiyaatan appilikeeshinoota koo akka hin fayyadamne jechuun akeekkachiisera.Googil fayyadamtoonni Huwaawee haaraan appilikeeshiniisaa maddoota hin beekamnerraa akka hin fe’anne jedheera.Oomishni Huwaawee haaraan appilikeeshinii Googl...
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 – Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii Dooktar Injinar Silashii Baqqalaa Itti aanaa preezdaanti Komishinii Gamtaa Awurooppaa Firaansi Tiimarmaansi waliin mari’ataniiru. Turtii isaaniin hariiroo Ityoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa irraatti mari’ataniiru. Waliinga’iinsa humnaa, qabeenya qilleensaa...
Sabni haphiin walii lama. Tokko, saba lakkoofsaan bicuuti, tokkommoo saba jabaa ykn hayyuu hin qabne. Biyya lafaa kanarratti sabi lamaan kun karaa hundumaan miidhamaadha. Addunyaan kun kan garee Abshaalotaa fi sobdootaati. Gareen kun xiqqaasaa sobaan...
#CoronaVirusMaallaqni moofaan vaayrasii koroonaa dabarsuu akka danda’an Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa ibsa laateen akeekkachiise.Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf jecha itti fayyadama maallaqoota moofa’anirratti of eeggannoon taasifamuu akka qabu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa kan hubachiise yoo ta’u, fayyadamtoonni Birrii...