.
Ministirri Barnoota Itoophiyaa Seenaa Ragaa qabatamaa hin qabne Aanolee fi Calanqoon Kitaaba Barnoota Seenaa keessaa baasa erga jedhee jalqabee dhaadannoo 'Anis Hambaa Aanolee fi Calanqooti' jedhuun Qeerroof Qarreen socho'aa jiru. Haaluma kanaan:#Walaloo Anis Hambaa Aanoleeti!...
Biyya hojiif kan dhufe bubbuleera, Odeeffannoo adda addaa kan Seenaa Ummata Oromoo Biyya Rwanda keessa jiru hanga danda'een ija garaa jalaatiin duuka bu'ee hordofaa ture, ammas ittuma jira. Sababa kanaanis hiriyyootas horadhee firas argadheera, garuu...
Vaayirasiin koroonaa (coronavirus), dhukkuba SARS (bara 2003 G.C) fi dhukkuba MERS (bara 2012 G.C) kan dhala namaatti fiduudhaan lubbuu hedduu dabarsee turee fi amma immoo dhukkuba COVID-19 (bara 2019 G.C) fiduudhaan lubbuu namaa dabarsaa jirudha....
Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa'e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta'uun ibsameera.Hayyootaafi Artistootarraa kan namoota bebbeekkamoo 13n hundaa'e koreen nageenyaafi araaraa kun, nagaa Oromiyaa keessatti boora'e hiikuun nageenya buusuuf kan...
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan.Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Preezdaantin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa har’aa hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.Bu’uuruma kanaan:1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay3. Aadde Hiruut Zammanaa4. Ambaasaaddar...
Obbo Gadduu dabalatee Ministirri Bishaan, Jallisii fi Anniisaa Dr. Injinar Silashii Baqqalaa akkasumas gorsaan seeraa ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu marii fi haala waqtaawaa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa ilaalchisun Kibxata ibsa laataniiru.Ibsichi Af-yaa'iin Itti-aanaa...
Amantanis dhiiftanis #Gaaffiin Nafxanyootaa Adadumaan deebi'aa jira. — #share godhaa#BaacaaGiinaa Maaliif aangoorraa kaafame?Pireezidaantiin Baankii Daldala Itoophiyaa Aangoo irraa akka kaafamu #Nafxanyootni Duula walitti fufaa gaggeessaa turan, keessaafuu gaafa #BaankiinDaldalaa Buqqaatotaaf Baajata ramadame baayina Ummataa irratti...
Abbaan Taayitaa Too’annoo Tamsaasa Itoophiyaa (Ethiopian Broadcast Authority ykn #EBA) #OMN doorsisuudhaaf xalayaa akeekkachiisaa tokko barreessee jira. Xalayaan dhiibbaa siyaasaa OMN irratti godhuudhaaf akka barreeffame ifaan irraa mul’atu kun, waajjiraalee mootummaa olaanoo biyyattii kanneen akka...
Dhaabbanni Fayyaa ddunyaa (WHO)n koronaavaayiras dhibee fayyaa addunyaa haala hama ta'een weeraraa jiru akka ta'e labseera. Dhaabbati kun dhibee kana irraa of ittisuu akka dandeenyus ibseera.Ofirraa ittisuudhaaf wantota nuti gochuu qabnu keessaa tokko harka keenya...
Yeroo Adda Addaatti, Mormaa Cimaa fi Yaadota Walfalmisiisoo uumuun kan beekkaman Obbo Lidatuu Ayyaalew dhiyoo hidhaa bahuun ni yaadatama, Akkasumas Paartiin inni hoogganu Filannoorraa haqamee kan ture amma kitaaba haaraa 27 ida'uu 2 jedhu gadi...