.
Ministirri Barnoota Itoophiyaa Seenaa Ragaa qabatamaa hin qabne Aanolee fi Calanqoon Kitaaba Barnoota Seenaa keessaa baasa erga jedhee jalqabee dhaadannoo 'Anis Hambaa Aanolee fi Calanqooti' jedhuun Qeerroof Qarreen socho'aa jiru. Haaluma kanaan:#Walaloo Anis Hambaa Aanoleeti!...
Biyya hojiif kan dhufe bubbuleera, Odeeffannoo adda addaa kan Seenaa Ummata Oromoo Biyya Rwanda keessa jiru hanga danda'een ija garaa jalaatiin duuka bu'ee hordofaa ture, ammas ittuma jira. Sababa kanaanis hiriyyootas horadhee firas argadheera, garuu...
Vaayirasiin koroonaa (coronavirus), dhukkuba SARS (bara 2003 G.C) fi dhukkuba MERS (bara 2012 G.C) kan dhala namaatti fiduudhaan lubbuu hedduu dabarsee turee fi amma immoo dhukkuba COVID-19 (bara 2019 G.C) fiduudhaan lubbuu namaa dabarsaa jirudha....
Koreen Dhaabbata Tola Oolaa Furtuu jedhamuun hundaa'e beekkamtii barbaachisu argachuun dhiheenyatti gara hojiitti kan galu ta'uun ibsameera.Hayyootaafi Artistootarraa kan namoota bebbeekkamoo 13n hundaa'e koreen nageenyaafi araaraa kun, nagaa Oromiyaa keessatti boora'e hiikuun nageenya buusuuf kan...
Ameerikaan Hidha haaromsa guddicha Itiyoophiyaan wal-qabatee waliigalchuu dha malee dhiibbaa gochuu hin qabdu:Ogeessa seeraa Dr.Nuuroo Badhaasoo.Itiyoophiyaan hidhi kun miidhaa Ijipti irraan akka hin geenye amansiisuuf hojiin dippiloomaasii guddaan akka irraa eegamus, Ogeessi seeraa Dr.Nuuroo Badhaasoo...
Lammiin Jaappaan guyyaa Jimaataa Koronaavaayirasiin qabamuun mirkanaahe dhaabbata JICA kan barnootarratti hojjetu keessa waan hojjetuuf dhimma kanaaf walargeen isa waliin mari'adheen ture jedhu Dr. Tolaan."Yeroo sanatti reefu biyya alaatii waan dhufeef mallattoon dhukkubaa irratti hin...
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012– Feesbuukiin vaayrasii koroonaa ittisuu waliin walqabatee Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bilisaan akka beeksisu eeyyame.Hoji raawwachiisaa olaanaan Dhaabbata Feesbuukii Maark Zuukarbarg vaayrasicha ilaalchisuun odeeffannoo sobaa ba’an adda baasuuf Dhaabbanni Fayya Addunyaa bilisaan akka...
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan.Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Preezdaantin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa har’aa hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.Bu’uuruma kanaan:1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay3. Aadde Hiruut Zammanaa4. Ambaasaaddar...
Obbo Gadduu dabalatee Ministirri Bishaan, Jallisii fi Anniisaa Dr. Injinar Silashii Baqqalaa akkasumas gorsaan seeraa ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu marii fi haala waqtaawaa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa ilaalchisun Kibxata ibsa laataniiru.Ibsichi Af-yaa'iin Itti-aanaa...
Dr.Mulu Naggaa Hayyoota Yuunivarsiitii Maqaleerraa Mormiin cimaan Mudate***Bulchiinsi Yeroo M.N.Tigray Dr.Muluun hayyoota Yuunivarsiitii Maqalee waliin marii taasisaniin haasawa ajaa'ibsiisaa taasisanniiri. Haasaa kanaa, hayyoota doorsisuuf yaalaniiru. Namni 'Bulchiinsa keenya hin fudhanne dirree waraanaa deemuu mirga qaba,...