.
Obbo Gadduu dabalatee Ministirri Bishaan, Jallisii fi Anniisaa Dr. Injinar Silashii Baqqalaa akkasumas gorsaan seeraa ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu marii fi haala waqtaawaa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa ilaalchisun Kibxata ibsa laataniiru.Ibsichi Af-yaa'iin Itti-aanaa...
Dhaabbanni Fayyaa ddunyaa (WHO)n koronaavaayiras dhibee fayyaa addunyaa haala hama ta'een weeraraa jiru akka ta'e labseera. Dhaabbati kun dhibee kana irraa of ittisuu akka dandeenyus ibseera.Ofirraa ittisuudhaaf wantota nuti gochuu qabnu keessaa tokko harka keenya...
Vaayirasichi akkuma HIV qaama/dhiiga namaa keessa turaa?*********************************¤ Namni Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19) qabame tokko dandamachuu ni danda'a. Saayinsii/hojmaata amma jiruun namni tokko dandamate ka jedhamu:* Guyyaa sadihiifii sanaa oliif hoo'a qaamaa yoo qabaachu dhabe* Mallatooleen dhukkubichaa...
****Waan Tokko ifatti walhubachiisuu feesisa: Uummatni Oromoo Gaaffilee baroota dheeraaf gaafachaa tureef deebii argate hin qabu, garuu Namootni dhuunfaa ykn gareen muraasni rakkoolee dhuunfaasaanii kanneen akka mana-jireenyaa, aangoo, maallaqaafikkf argatanii jiraachuu malu.Qabsoon sabaa akka walootti...