.
Baga Guyyaa Adwaa geessan jechaa....Ayyaana kana dur ormi ofitti qaba, Oromoon ofirraa dhiiba ture. Amma Oromoon ofitti qabee orma wajjiinis irratti walqabaa jira fakkaata. Lola Adawaa irratti Oromoonni gootummaan hirmaachuu gamni marruu waan waakkatu miti....