Abbaan Alangaa Birhaanuu Tsaggaayee fi Pireezidaantiin Baankii Daldaalaa Baacaa Giinaa Dabalatee Hoogganoota olaanoo Aangoo irraa kaasuun Ambaasaaddarummaan ergaman

Abbaan Alangaa Birhaanuu Tsaggaayee fi Pireezidaantiin Baankii Daldaalaa Baacaa Giinaa Dabalatee Hoogganoota olaanoo Aangoo irraa kaasuun Ambaasaaddarummaan ergaman

0
649

Preezdaantiin FDRI Saahilawarq hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan.

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Preezdaantin FDRI Saahilawarq Zawdee guyyaa har’aa hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.

Bu’uuruma kanaan:

1. Obbo Birhaanuu Tsaggaayee
2. Aadde Ya’aalam Tsaggaay
3. Aadde Hiruut Zammanaa
4. Ambaasaaddar Maarqos Taklee
5. Obbo Baacaa Giinaa
6. Obbo Yibalxaal Aymiroo
7. Obbo Mihraat’ab Mulugeetaa
8. Obbo Nabiyaat Geetaachaw
9. Obbo Tafarii mallas ambaasaaddara guutuu ta’uun yoo muudaman

1. Obbo Adigoo Amsaayaa
2. Obbo Jamaal Bakar
3. Obbo Abduu yaasin
4. Obbo Laggasaa Garramaw
5. Aadde Iyyarusaalem Amdamaariyaa fi
6. Obbo Shibbiruu Maammoo
Sadarkaa ambaasaaddaran muudamaniiru.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here